Ambaasaaddaroonni biyyoota 9 xalayaa muudamasaanii Pirezidaant Taayyee Atsqasillaaseetti kennan

You are currently viewing Ambaasaaddaroonni biyyoota 9 xalayaa muudamasaanii Pirezidaant Taayyee Atsqasillaaseetti kennan

AMN PLUS Caamsaa 26/2017

Itoophiyaatti haaraa kan muudaman Ambaasaaddaroonni biyyoota 9 xalayaa muudamasaanii Pirezidaant Taayyee Atsqasillaaseetti kennaniiru.

Ambaasaaddaroonni xalayaa muudamasaanii dhiheessanis Ambaasaaddaroota biyyoota Awustiraaliyaa, Kuubaa, Aljeeriyaa, Gaambiyaa, Joorjiyaa, Maayinaamaar, Taayilaandi, Veetnaamiifi Qoophiroos ta’uu ragaan Ministeera Dhimma Alaa Itoophiyaarraa arganne ni ibsa.

Saganticharratti Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Birhaanuu Tsaggaayee dabalatee hooggantoonni Ministeerichaa argamaniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply