Tapha Guutuu Itoophiyaa ilaalchisuun Mariin Paanaalii adeemsifamaa jira

You are currently viewing Tapha Guutuu Itoophiyaa ilaalchisuun Mariin Paanaalii adeemsifamaa jira

AMN PLUS-Waxabajjii 09/2017

Tapha Guutuu Itoophiyaa ilaalchisuun Mariin Paanaalii adeemsifamaa jira.

Marii Paanaalii kana irratti ergaa kan dabarsan Ministiri Deetaan Ministeera Aadaa fi Ispoortii Obbo Makkiyyuu Mahaammad Kaayyoon waldorgommii ispoortii inni guddaan hariiroo hawaasummaa cimsuun dabalata madda amma madda diinagdee addunyaa keenyaa ta’aa jira jedhan.

Tapha Guutuu Itoophiyaa 6ffaa ilaalchisuun Magaalaa Jimmaatti mariin Paanaalii Gaggeeffamaa jira.

Marii Paanaalii kana irratti qooda fudhattoonni sadarkaa Federaalaafi naannoolee akkasuma Ispoorteessitoonni Tapha Guutuu Itoophiyaa irratti hirmaachuuf magaalaa Jimmaa galan irratti hirmaataa jiru.

Misikkir Alamaayyootu gabaase.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply