Ministirri Muummee Itti Aanaa Obbo Tamasgeen Xurunee Maasaraa Abbaa Jifaar Daawwatan

You are currently viewing Ministirri Muummee Itti Aanaa Obbo Tamasgeen Xurunee Maasaraa Abbaa Jifaar Daawwatan

AMN PLUS-Waxabajjii 10/2017

Ministirri Muummee Itti Aanan Obbo Tamasgeen Xurunee haaromsi isaa xumuramaa kan jiru Masaaraa Abbaa Jifaar Daawwatan.

Obbo Tamasgeen Xurunee dabalatee ,Ministirri Ministeera Aadaa fi Ispoortii Shawiit Shaanqaa Ambaasaaddaaroonni fi Aangoo’onni federaalaa biroo Galma Abbaa Jifaarii fi hojiilee Misoomaa Magaalaa Jimmaa keessatti hojjetamaa jiran daawwataniiru.

Misikkir Alamaayyootu gabaase.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply