Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad (Dr.) dhimmoota biyyoota lamaanii haala naannawaafi fedhii waloo irratti Ajajaa Damee Galaanaa Ameerikaa fi ‘AFRICOM’ Jeneraal Maayikel Laaniglii waliin mari’achuu ergaa karaa fuula miidiyaa hawaasaasaanii dabarsaniin ibsan.
Ministirri Muummee Abiyyi Ahmad (Dr.) Jeneraala Raayyaa Ittisaa Ameerikaa waliin mari’atan.
