Bara baajataa 2017 keessa lafti heektaarri miiliyoonni 31.8 qotamuun callaan oomisha garaagaraa kuntaalli biiliyoonni 1.5 sassaabameera jedhan Ministirri Muummee Abiy Ahmad (Dr.)
Minisitirri Muummee Abiy (Dr.) ibsa miseensota mana mare bakka bu’uuta uummataaf kennaniin, damee qonnaan jijjiiramni qabatamaan jiraachuu kaasuun kan bara darbeen wal bira qabamee yoo ilaalamu bara kana damee qonnaan guddinni 24.7% galmaa’uu eeraniiru.
Iddoosaa Abdiitiin