Caffeen Oromiyaa muudamoota manneen hojii garaagaraa dhiyaatan raggaasuun yaa’iisaa xumure

You are currently viewing Caffeen Oromiyaa muudamoota manneen hojii garaagaraa dhiyaatan raggaasuun yaa’iisaa xumure

AMN Afaan Oromoo

Caffeen Oromiyaa mudamoota garaagaraa dhiyaatan raggaasuun Yaa’iisaa Idilee 9ffaa Waggaa 4ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaa Adaamaa Galma Caffeetti guyyoota lamaaf taa’aa ture xumureera.

Haaluma kanaan,

1ffaa Aadde Meseret Asaffaa Hoggantuu Biiroo Lafaa Oromiyaa

2ffaa Yashii Jimaa ( Dr.) Hoggantuu Biiroo Daldalaa Oromiyaa ta’uun mudamaniiru

Kaasiyyee Maanguddaatu Gabaase.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply