Pirezidaantiin Somaaliyaa Hasan Shee Mahammud Finfinnee dhufan

You are currently viewing Pirezidaantiin Somaaliyaa Hasan Shee Mahammud Finfinnee dhufan

AMN PLUS Adoolessa 20/2017

Pirezidaantiin Somaaliyaa Hasan Shee Mahammud yaa’ii 2ffaa Sirna Nyaataa Dhaabbata Biyyoota Gamtoomaniirratti hirmaachuuf Finfinnee dhufaniiru.

Ministirri Muummee Itti aanaa Tamasgen Xurunaafi Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Birhaanuu Tsaggaayee buufata xayyaaraa idil addunyaa Booleetti argamuun Pirezidaantii Somaaliyaa Hasan Shee Mahammudiin simachuusaanii Ministeera Dhimma Alaarraa odeeffanne.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply