Yaa’iin Nageenya biyyaalessa Magaalaa Hararitti ta’aamaa jira

You are currently viewing Yaa’iin Nageenya biyyaalessa Magaalaa Hararitti ta’aamaa jira

AMN PLUS- Adoolessa 28/2017

Yaa’iin Nageenya biyyaalessa 4ffaan mata duree ‘Amantiiwwan nagaaf, tokkummaafi walta’insaaf’ jedhuun qopheessummaa Mana Maree dhaabbilee Amntoota Itoophiyaatiin Magaalaa Hararitti ta’aamaa jira.

Konfiraansicharratti Pirezedaantii Itti Aantuun Naanichaa Aadde Roozaa Umar dabalatee Barreessa olaanaan Mana Maree dhaabbilee Amntoota Itoophiyaa fi keessummoonni biroon hirmaachaa akka jiran TOI’tu gabaase.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply