Giddugalli leenjii Huursoo loltoota leenjisaa ture eebbisiisaa jira

You are currently viewing Giddugalli leenjii Huursoo loltoota leenjisaa ture eebbisiisaa jira

AMN PLUS- Hagayya 24, 2017

Koontiijantiin Giddugala leenjii Huursoo loltoota leenjisaa ture yeroo 10ffaaf eebbisiisaa jira.

Eebbifamtoonni kunneen leenjii waraanaa ga’umsa qabu sirnaan fudhachuun kan xumuraniidha.

Qondaaltoonni olaanoon Raayyaa Ittisaa fi keessummoonni waamichi godhameef sagantichaarratti argamaniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply