Pirezidaant Tiraamp deggersa alaa doolaara biliyoona 4.9 haqan

You are currently viewing Pirezidaant Tiraamp deggersa alaa doolaara biliyoona 4.9 haqan

‎AMN PLUS- Hagayya 24/2017

‎Pirezidaantiin Ameriikaa Doonaald Tiraamp eeyyama Koongrasii malee deggersa alaa Doolaara Biliyoona 4.9 dhaabuuf murteessan.

Qabeenya biyyattii irratti murteessuuf mirga kan qabu Koongirasiin biyyattii, Traamp waliin morkii hamaa keessa seeneera.

Turaamp deeggarsa alaa kan kutan faayiidaa lammii Ameriikaaf jedhuuni.

‎Af-yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’ootaa Maayik Joohiinsan Traamp bajata dhaabbilee gargaarsaa 15 addaan kutuuf murteessuu eeran.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply