Yuunaayitid injifannoo jalqabaa yoo dhandhamu, Chelsiin imala injifannoo cimsateera

You are currently viewing Yuunaayitid injifannoo jalqabaa yoo dhandhamu, Chelsiin imala injifannoo cimsateera

AMN PLUS- Hagayya 24/2017

Piriimiyerliigii Ingilaand torbee 3ffaa har’a taphatameen Maanchester Yuunaayitidiifi Chelsiin injifannoon milkaa’aniiru.

Har’a guyyaa Fulhaam kan keessummeesse Chelsiin goolii 2-0’n injifachuun qabxii isaa 7n gahachuun liigicha dursuu eegaleera.

Yuunaayitid gama isaan injifannoo jalqabaa yoo dhandhamu Bruunoo Fernaandeez daqiiqaa 96ffaa irratti goolii lakkoofsiseen Barnileyiin 3-2’n injifateera

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply