Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa Finfinnee filannoo Majiliisa marsaa xumuraa gaggeessaa jira

You are currently viewing Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa Finfinnee filannoo Majiliisa marsaa xumuraa gaggeessaa jira

‎AMN PLUS – Hagayya 25/2017

‎Manni Maree Olaanaa Dhimmoota Islaamummaa Magaalaa Finfinnee filannoo majilisa bara 2017 marsaa xumuraa har’a gaggeessaa jira.

‎Boordiin Hojii Raawwachiiftuu Filannoo bara 2017 majilisa sadarkaa kutaa magaala fi Aanaatti filannoo gaggeessaa akka jiru beeksisaniiru.

‎Har’a waaree booda hoji raawwachiiftuun bu’aa filannoo ni beeksisu jedhamee eegama.

‎Aniwaar Ahmadiitu gabaase.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply