Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (Dr.) anga’oota olaanoo lamaaf muudama kennanii jiru.

‎AMN PLUS- Fulbaana 9/2018

‎Haaluma kanaan,

‎1ffaa. Iyyoob Takkaallinyi (Dr.)-Bulchaa Baankii Biyyaalessaa

‎2ffaa. Aadde Innaataalam Mallasa- Sadarka Ministiratti Hoggantuu Tajaajila Komunikeeshinii Mootummaa taasisuun muuduu isaanii odeeffannoon Waajjira Ministira Muummee irraa argame ni ibsa.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply