‎IGAD fi Jarmaniin hariiroo isaanii cimsuuf waliigalan

You are currently viewing ‎IGAD fi Jarmaniin hariiroo isaanii cimsuuf waliigalan

‎AMN PLUS- Fulbaana 29/2018

‎Dhaabbatni Mootummoota Misooma Baha Afriikaa (IGAD) fi Jarmaniin hariiroo isaanii cimsuuf waliigalaniiru

‎Marii Jibuutii keessatti adeemsisaa jiran irratti IGAD fi Jarmaniin hariiroo isaanii cimsuuf kan waliigalaniiru.

‎Keessumaa godaansa hir’isuu, jijjiirama qilleensaa qolachuufi misooma itti fufiinsa qabu gaafa Afrikaatti mirkaneessuuf akka waliin hojjachuu itti fufan odeeffannoon IGAD irraa argame ni mul’isa.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply