Miseensonni gamtichaa yeroo kamiyyuu caala waltumsuu, tokkummaan dhaabbachuufi faayinaansiin of-danda’uu qabu- Mahaammad Alii
AMN PLUS- Adoolessa 21, 2018 Walga'iin idilee mana maree hojii raawwachiiftoota Gamtaa Afrikaa 49ffaa kan ministiroota biyyoota Miseensa gamtichaa ta'an walitti fide Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Walga'ichi "Milkaa'ina Ajandaa 2063 Afrikaaf…