Kompileksiin Siiniimaa Finfinnee har’a eebbifame maal of keessaa qaba?

You are currently viewing Kompileksiin Siiniimaa Finfinnee har’a eebbifame maal of keessaa qaba?

Gamoo abbaa darbii 15 baayyee ammayyaawaafi teekinooloojii idil-addunyaa hidhate

● Galmoota siiniimaa lama, Daa’imman 592fi namoota ofbeekoo 887 qabachuu danda’u

● Bakka Dhaabbii Konkolaataa Gamoo Gulantaa afur qabu

● Kutaalee fakkii, istuudiyoo waraabbii suur-sagalee, waajjiraalee, gaalarii aartiifi kaafteeriyaa, guddugaloota gabaa gurguddoo, suuqii, mana miidhaginaa, tajaajila baankii, tajaajila tikeetii, fi kutaalee tajaajila daawwannaa kennan ofkeessaa qaba.

● Mooraa koompileeksichaattis bakka tapha daa’immanii, dirree ispoortii, bakka dhaabbii konkolaataa fi iskiriinii tajaajila beeksisaaf oolu ni argama.

● Aartiin Ijaarsa Biyyaa Keessatti Gahee Qabu Hubachuun Mootumaan Dame Aartiif Baasii Burriu Biiliyoonaan Lakaa’amu Ramaduun Hojechaa Jira

Kantiibaa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply