AMN(Addis Media Network) Miidiyaa dhaloota kaleessa, kan har’aa fi kan boruu ta’uu isaa qabatamaan agarreerra- Barattoota

You are currently viewing AMN(Addis Media Network) Miidiyaa dhaloota kaleessa, kan har’aa fi kan boruu ta’uu isaa qabatamaan agarreerra- Barattoota

AMN PLUS- Ebla 24/2017

AMN(Addis Media Network) Miidiyaa dhaloota kaleessa, kan har’aa fi kan boruu ta’uu isaa barattotni maneen barnoota sadarkaa lammaffaa fi miseensonni mana mare kutaa magaalaa Addis Katamaa himaniru.

Daawwannaa taasisaniin AMN miidiyaa filatamaa odeeffannoo qulqulluu saffisaan hawaasa biraan gahu ta’uu isaa kan hubatan ta’uu isaa himanii, Magaalaa Finfinneetti rakkoowwan Bulchiinsa gaarii qorachuu fi furmaata isaa irratti fala dhahuuf waan midiychi hojjechaa jiru cimee akka itti fufu hubachiisaniiru.

Akkaataa sirna barnootaa haaraan ‘AMN PLUS’ irratti sagantaan barnootaa darbaa jiru hubannoo barattootaa cimsuun cinaatti baasii dabalataa màatii barattootaa irraa kan hir’ise waan ta’eef kunis kan isaan gammachiise ta’uu dubbataniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply