‎Anga’oota Biyyoota garagaraa Eebba Hidha Haaromsaa irratti hirmaataa jiran

You are currently viewing ‎Anga’oota Biyyoota garagaraa Eebba Hidha Haaromsaa irratti hirmaataa jiran

AMN PLUS – Qaammee 4/2017

‎Ismaa’il Omar Guelleh, Pireezidaantii Rippabiliika Jibuutii

‎Saalvaa Kiir Maayardit, Pireezidaantii Rippabiliika Sudaan Kibbaa

‎Hasan Sheek Maahmuud (Dr), Pireezidaantii Rippabiliika Federaalaa Somaaliyaa

‎Wiiliyaam Saamooyii Ruutoo (Dr.), Pirezidaantii Rippabiliika Keeniyaa

‎Miyaa Amor Mottlii, Ministirri Muummee Rippabiliika Barbaadoos

‎Raasil Mmiso Dlamini, Ministira Muummee Mootummaa Eswatini

‎Maahmuud Ali Youssouf, Dura taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa

Dura Taa’aa IGAD Warqinaa Gabayyoo (Dr)

‎Kilaaver Gateetee, Barreessaa Itti Aanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii fi Barreessaa Olaanaa Komishinii Diinagdee Afrikaa Mootummoota Gamtoomanii (UNECA)

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply