Hidhi Haaromsaa xumuramuu hordofee Barreessaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutaareez ergaa Baga geessanii dabarsan.
Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Barreessaa olaanaa mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez waliin dhimmoota waloorratti mari’ataniiru.
Itoophiyaan hidha haaromsaa xumuruun eebbisuu, Yaa’ii Qabeenya Qilleensaa sirnaan keessummeessuu fi Piroojektoota biroo milkiin xumuruu isheetti baga gammaddan jedhan Antooniyoo Guutareez.
Dhimmoota waloo fi naannawaarrattis mari’ataniiru.