Ashraaf Hakiimiin badhaasa taphataa cimaa Afriikaa 2025 injifate

You are currently viewing Ashraaf Hakiimiin badhaasa taphataa cimaa Afriikaa 2025 injifate

AMN PLUS- Sadaasa 10/2018

Dursaan Taphattoota Garee Biyyaalessa Morookoo Ashraaf Hakiimiin, taphataa cimaa Afrikaa bara 2025 jedhamuun filame.

Paaris Seenti Jarman waliin yeroo jalqabaaf Waancaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa milkeessuun waancaa League One France fi kanneen biroo milkeesseera.

Sirni Badhaasaa Magaalaa Guddittii Morookoo Raabaatitti geggeeffameen Hakiimiin Mohaammad Saalaafi Viktor Osiimen caaluun badhaasicha fudhateera.

Bara Darbe Taphataan Sarara Fuulduraa Atalaantaa Ademoolaa Luukmaan Badhaaasa Taphataa Cimaa Afrikaa Bara 2024 Injifatee turuun isaa ni yaadatama.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply