Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (Dr) magaalaan Asoosaa misooma kooriidariin haalaan jijjiiramaa jiraachuu himan.
Dr. Abiyyi har’a Magaalaa Asoosaatti argamuun misooma garagaraa daawwataniiru.
“Waggaa tokko dura Asoosaa dhufnee turre. Har’a wanti argine kan bara darbeen faallaadha. Bu’aan misooma kooriidarii qabatamaan mul’ataa jira” jedhan.