“Badhaadhinni Itoophiyaa waan hin oolle” Obbo Tamasgeen Xurunaa

You are currently viewing “Badhaadhinni Itoophiyaa waan hin oolle” Obbo Tamasgeen Xurunaa

AMN Plus – Onkoloolessa 19/2018

Badhaadhinni Itoophiyaa waan hin oolle ta’uu isaa dameelee mirkaneessan keessaa tokko Qonnaa ta’uu Ministirri Muummee I/Aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaa himan.

Har’a naannoo Oromiyaa Godina Shawaa Bahaatti sassaabbii qamadii gannaa fi jalqabbii misooma qamadii bonaa irratti argamuu Obbo Tamasgeen miidiyaa hawaasummaa isaaniin eeraniiru.

Dameen Qonnaa Badhaadhina Itoophiyaa dameelee mirkaneessan keessaa tokko waan ta’eef xiyyeeffannoon damichaaf kennamu cimee itti fufa jedhaniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply