Biiliyeenarri Biraaziil qabeenya isaa guutuu Naymaariif kenne

You are currently viewing Biiliyeenarri Biraaziil qabeenya isaa guutuu Naymaariif kenne

AMN PLUS – Hagayya 29/2017

Taphataan Biraaziil Neeymaar Juuniyeer nama qaamaan wal hin beeknerraa Qabeenya Doolaara Biiliyoona 1.2 gahu dhaaltummaan argate jedhame.

Biliyeenarri Biraaziil keennaa kan raawwateef jaalala guddaa Neeymaariif qabuuf irraa ka’uun akka ta’e Miidiyaaleen Biraaziil gabaasaati jiru.

Naymaar Juuniyeer Daasilvaa dhimmicharratti hanga ammaa wanti jedhe hin jiru.

Biiliyeenarichi garuu jaalala taphatichaaf qabu ibsuuf kenne jedhameera jechuun The Sun midiyaalee biyyatti wabeeffachuun gabaaseera.

Darajjee Addunyaatiin

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply