Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Komishinii Tuuriziimii Magaalichaa hundeesse

You are currently viewing Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Komishinii Tuuriziimii Magaalichaa hundeesse

AMN PLUS- Adoolessa 5/2017

Manni Maree Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Komishinii Tuuriziimii kophaati of danda’ee akka hundaa’u yaadaa wixinee dhiyaate raggaaseera.

Damee sadii of jalatti qabate kan ture Biiroon Aadaa, Oga-Artii fi Tuurizimii Magaalaa Finfinnee, dameen tuurizimii of danda’ee Komishinii Tuurizimii Magaalaa Finfinnee ta’ee akka hundaa’uu fi itti waamamni isaa Waajjira Kantiibaaf akka ta’u mirkaneesseera.

Yaa’iin Mana Maree 3ffaa, Bara hojii 4ffaa yaa’ii idilee 4ffaa guyyoota lamaaf taa’amaa ture xumurameera.

Tolasaa Mabraateetu gabaase

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply