Bulchiinsi Magaalaa Shaggar ‘E-Traffic’ adabbii tiraafikaa fi sirna bulchiinsa balaa tiraafikaa umamu karaa teknoloojii ammayyaa “Online”galma’uu jalqabsiise

You are currently viewing Bulchiinsi Magaalaa Shaggar ‘E-Traffic’ adabbii tiraafikaa fi sirna bulchiinsa balaa tiraafikaa umamu karaa teknoloojii ammayyaa “Online”galma’uu jalqabsiise

AMN PLUS Ebla 25/2017

Kantiibaa itti aanaa fi qindeessaan kilaastara dinagdee Magaalaa Shaggar Obbo Guyyoo Galgaloo magaalichi adabbii Tiraafikaa fi Sirna Bulchiinsa Balaa tiraafikaa umamu karaa teknoloojii ammayyaan “Online”galmeesuuf Mosaajii haaraa hojii eegalchiisuu himan.

Moosaajichi qisaasama maallaqaa hambisuu ,rakkoo bulchiinsa gaarii hiikuufi galii magaalaa guddisuu keessatti shoora olaanaa akka qabu ibsuusaanii Kominikeeshinii magaalichaarraa odeeffanne.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply