Ijaarsa wiirtuu kalaqa teeknooloojii raawwachuuf waliigalteen mallattaa’e
AMN Fulbaana 18, 2016:- Tajaajilli humna Elektirikaa Ityoophiyaa fi Koorporeeshiniin Siivil Injinariingii Chaayinaa wiirtuu gahumsa teeknooloojii ijaaruuf sanada waliigaltee mallatteessaniiru. Ijaarsi isaa mooraa dhaabbatichaa Kotabeetti argamu keessatti kan raawwatu yoo…