Jilli Obbo Solomoon Sokkaatiin durfamu hojiiwwan carraa hojii uumuu magaalaa Aggaaroo daawwate
AMN - Sadaasa 19/ 2017 Jilli Deetaa Ministeera Carraa Hojii Uumuu Federaalaa Obbo Solomoon Sokkaatiin durfamu hojiiwwan Waajjira Carraa Hojiifi Ogummaa magaalaa Aggaaroon hojjataman daawate. Magaalaa Aggaarootti imaammatni fayyadamummaa dargaggootaa…