Weerara Dhibee Koleeraa Sudaanitti mul’ate to’achuudhaaf tattaaffin taasifamaa jira

‎AMN PLUS - Hagayya 22/2017 Weerarri dhibee Koleeraa Sudaanitti akka mul’ate beekameera. Weerarri kun torban tokko keessatti namoota 1200 irratti yoo mul’atu lubbuun namoota 36 darbeera. Baatii Caamsaa irraa eegalee…

Continue ReadingWeerara Dhibee Koleeraa Sudaanitti mul’ate to’achuudhaaf tattaaffin taasifamaa jira

Sochii faayinaansii naga qabeessaa mirkaneessuuf tumsi biyyoota naannawa Bahaafi Kibba Afriikaa murteeassaa ta’uun himame

‎AMN PLUS- Hagayya 21/2017 ‎Biyyoonni naannawa Bahaafi Kibba Afriikaa maallaqaafi qabeenya seeraan alaa seera qabeessa fakkeessuun dhiyeessuun yakka raawwatamu ittisuufi to'achuuf tumsi waloo murteessaa ta'uun himamee jira. ‎Dabalataanis, maallaqa sochii…

Continue ReadingSochii faayinaansii naga qabeessaa mirkaneessuuf tumsi biyyoota naannawa Bahaafi Kibba Afriikaa murteeassaa ta’uun himame

Gamtaan Afrikaafi Jaappaan walta’iinsa tarsiimowaadhaan cimsanii waliin hojjechuufi

‎AMN PLUS- Hagayya 18/2017 ‎Gamtaan Afrikaa fi Jaappaan walta’iinsa tarsiimoo isaanii daran cimsuuf akka hojjetan beeksisaniiru. ‎Fooramiin Jaappaan 9ffaan Misooma Afrikaa Idil Addunyaa (TICAD) magaalaa Yookoohaamaatti taa'ameera. ‎Koricha irratti Dura…

Continue ReadingGamtaan Afrikaafi Jaappaan walta’iinsa tarsiimowaadhaan cimsanii waliin hojjechuufi

IGAD fi Jaappaan dargaggoota gahoomsuu akkasumas nagaa fi tasgabbii irratti waliin hojjachuuf waliigalan

‎AMN PLUS - Hagayya 15/2017 ‎IGAD fi Jaappaan dargaggoota gahoomsuu akkasumas nagaa fi tasgabbii cimsuu irratti waliin hojjachuuf waliigalaniiru. ‎Fooramiin Misoomaa Idil-Addunyaa Jaappaaniifi Afrikaa 9ffaa, Jaappaan, Magaalaa Yokaahaamaa'tti geggeeffamaa jira.…

Continue ReadingIGAD fi Jaappaan dargaggoota gahoomsuu akkasumas nagaa fi tasgabbii irratti waliin hojjachuuf waliigalan

Dargaggoonni biyyoota miseensa IGAD nageenyaaf sagalee ta’uu qabu- Warqinaa Gabayyoo (PhD)

‎AMN PLUS- Hagayya 8/2017 ‎Barreessaan Olaanaa Dhaabbata Wal tahiinsa Misoomaa Biyyoota Baha Afrikaa (IGAD) Warqinaa Gabayyoo (PhD) dargaggoonni adeemsa ijaarsa nagaa naannichaa keessatti gahee isaanii guddisuun sagalee nagaa akka ta’an…

Continue ReadingDargaggoonni biyyoota miseensa IGAD nageenyaaf sagalee ta’uu qabu- Warqinaa Gabayyoo (PhD)

Mariin Dhimma Misooma Qurxummii biyyoota miseensa IGAD Finfinneetti taa’amaa jira

‎AMN PLUS- Hagayya 06/2017 ‎Waltajjii Marii kana irratti bakka bu'oonni biyyoota miseensa Dhaabbata Misooma Biyyoota Afriikaa Bahaa (IGAD) fi bakka bu'oonni dhaabbilee SADC, ECOWAS akkasumas Komishinii Garba Indiyaa dhimma qabeenya…

Continue ReadingMariin Dhimma Misooma Qurxummii biyyoota miseensa IGAD Finfinneetti taa’amaa jira

Mariin Dhimma Misooma Qurxummii biyyoota miseensa IGAD Finfinneetti taa’amaa jira

‎AMN PLUS- Hagayya 06/2017 ‎Waltajjii Marii kana irratti bakka bu'oonni biyyoota miseensa Dhaabbata Misooma Biyyoota Afriikaa Bahaa (IGAD) fi bakka bu'oonni dhaabbilee SADC, ECOWAS akkasumas Komishinii Garba Indiyaa dhimma qabeenya…

Continue ReadingMariin Dhimma Misooma Qurxummii biyyoota miseensa IGAD Finfinneetti taa’amaa jira

Yaa’iin ariifachiisaa Ergama Deeggarsaa fi Tasgabbeessuu Gamtaa Afriikaa har’a taa’ama

AMN PLUS-Ebla 17/2017 Yaa’iin ariifachiisaa biyyoota humna nagaa kabachiisuu Ergama Deeggarsaa fi Tasgabbeessuu Gamtaa Afriikaaf gumaacha taasisanii har’a Yugaandaatti ni taa’ama. Barreessaan Olaanaa ‘IGAD’ Warqinaa Gabayyoo (Dr.) yaa’icharratti hirmaachuuf Inteebee…

Continue ReadingYaa’iin ariifachiisaa Ergama Deeggarsaa fi Tasgabbeessuu Gamtaa Afriikaa har’a taa’ama