Rakkinni nu kuffiisa osoo hin taane, caalmaan nu tarkaanfachiisuu qaba- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

‎AMN PLUS- Sadaasa 21/2ዐ18 ‎Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) mata duree wayita hoggantoota olaanoo Paartii Badhaadhinaaf leenjii kennanitti ‎"Rakkinni dhiibee kan nu kuffiisuu osoon taane, kan nu tarkaanfachiisu ta'uu qaba"…

Continue ReadingRakkinni nu kuffiisa osoo hin taane, caalmaan nu tarkaanfachiisuu qaba- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Guyyaan Heerri Ragga’e sadarkaa Oromiyaatti magaalaa Bulee Horaatti kabajamaa jira

AMN PLUS- Sadaasa 22/2018 Ayyaanni Saboota Sablamootaafi Uummattoota Itoophiyaa 20ffaan sadarkaa naannoo Oromiyaatti mata duree "Waliigaltee Dimokiraatawaa Tokkummaa Sab-daneessaaf" jedhuun Magaalaa Bulee Horaatti kabajamaa jira. Ayyaana kana irratti Af-yaa'ii Mana…

Continue ReadingGuyyaan Heerri Ragga’e sadarkaa Oromiyaatti magaalaa Bulee Horaatti kabajamaa jira

Egeree raaguuf qaroomina, ammayyummaafi seenaa sirnaan hubachuun murteessaadha- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

‎AMN PLUS -Sadaasa 20/2018 ‎Har’a tolchuu fi karoora fooyya’aa borii hojiirra oolchuuf qaroomina, ammayyummaa fi seenaa sirnaan hubachuun murteessaa akka ta'e Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) ibsan. ‎Xumura leenjii hooggantoota…

Continue ReadingEgeree raaguuf qaroomina, ammayyummaafi seenaa sirnaan hubachuun murteessaadha- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

‎”Biyya waloo, hiree waloo, seenaa waloofi galma waloo qabna” Kantiibaa Adaanech Abeebee

‎AMN PLUS- Sadaasa 20/2018 ‎Magaalaan Finfinnee calaqqisiistuu waloomaa sab-daneessummaa Itoophiyaa akka taate Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaaneech Abeebee ibsan. ‎"Finfinneen mana Saboota, Sab-lammootaafi Uummattoota Itoophiyaati" kan jedhan Aadde Adaaneech, tokkummaa…

Continue Reading‎”Biyya waloo, hiree waloo, seenaa waloofi galma waloo qabna” Kantiibaa Adaanech Abeebee

Sirna Federaaliziimii dhugaa ijaaruuf hojiileen raawwataman bu’aa qabatamaa argamsiisaniiru- Af-yaa’ii Aaganyaw Tashaagar

AMN PLUS- Sadaas 19/2018 Baroota jijjiirama dabretti sirna Federaaliziimii dhugaa ijaaruuf hojiileen raawwataman bu’aa qabatamaa argamsiisuu isaa Af-Yaa’iin Mana Maree Federeshinii Aaganyaw Tashaagar ibsan. Obbo Aganyahu AMN waliin turtii taasisaniin,…

Continue ReadingSirna Federaaliziimii dhugaa ijaaruuf hojiileen raawwataman bu’aa qabatamaa argamsiisaniiru- Af-yaa’ii Aaganyaw Tashaagar

Imalli jalqabnee jirru qormaata seenessa qeenxee injifachuun seenessa walootiin biyya hundaaf taatu hundarraa hundaan hundaaf ijaaruudha-Obbo Haayiluu Addunyaa

AMN PLUS-Sadaasa 18/2018 Waltajjiin Gumii Balal marsaa 47ffaa mata duree “Waliigaltee Dimokiraatawaa Tokkummaa Sabdaneessaaf” jedhuun geggeeffamaa akka jiru BKO'n ibseera. Hoogganaan Biiroo Komunikeeshinii Oromiyaa obbo Haayiluu Addunyaa Gumiin Balal gumiiwwan…

Continue ReadingImalli jalqabnee jirru qormaata seenessa qeenxee injifachuun seenessa walootiin biyya hundaaf taatu hundarraa hundaan hundaaf ijaaruudha-Obbo Haayiluu Addunyaa

Itoophiyaan Gaaddisa Federaalizimii jalatti walooma lammiilee guddisaa jirti- Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan

‎AMN PLUS-Sadaasa 18/2018 ‎Itoophiyaan Gaaddisa Federaalizimii Sabdaneessaan walooma lammiilee daran guddisaa akka jirtu ‎Af- Yaa'ii Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan ibsan. "Itoophiyaan biyya sabdaneessummaan ijaaramte yoo taatu heddummina qabduun tokkummaa…

Continue ReadingItoophiyaan Gaaddisa Federaalizimii jalatti walooma lammiilee guddisaa jirti- Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan

Hoggansi sadarkaan jiru haala barame keessaa bahuun gaggeessummaa qajeeltoo fi ilaalama Mootummaa Ida’amuutiin masakame kennuu qaba – Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa

AMN PLUS- Sadaasa 18/2018 Hoggansi sadarkaan jiru haala barame keessaa bahuun gaggeessummaa qajeeltoo fi ilaalama Mootummaa Ida’amuutiin masakame kennuun badhaadhina hunda galeessa sadarkaa biyyaaleessatti mirkaneessuuf hojiiwwan hunda kalaqaa fi ariitiin…

Continue ReadingHoggansi sadarkaan jiru haala barame keessaa bahuun gaggeessummaa qajeeltoo fi ilaalama Mootummaa Ida’amuutiin masakame kennuu qaba – Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa

Kalaquufi Saffisa Itti fufiinsa qabuun hojjechuun badhaadhina Itoophiyaa ni mirkaneessina- Kantiibaa Adaaneech Abeebee

‎AMN PLUS-Sadaasa 18/2018 ‎Sirna goolaba Leenjii Hoggansa Paartii Badhaadhinaa mata duree "Ilaalchi Mootummaa Ida'amuu Guddina Dameelef" jedhuu irratti Kantiibonniifi Pirezidaantonni naannolee cuunfaa leenjichaa ilaalchisee ergaawwan gara garaa dabarsaniiru. Kantiibaa Bulchiinsa…

Continue ReadingKalaquufi Saffisa Itti fufiinsa qabuun hojjechuun badhaadhina Itoophiyaa ni mirkaneessina- Kantiibaa Adaaneech Abeebee

Naannoleen dhimma ofii bilisaan akka murteeffatan kan ta’e bara jijjiiramaati- Obbo Tarreechaa Baalchaa

AMN PLUS- Sadaasa 17/2018 Mootummaan jijjiiramaa akka aangootti dhufeen, mirgi hiree ofii murteeffachuu fi of-bulchuu saboota, sab-lammootaa fi uummattoota Itoophiyaa mirkanaa’uu Kaadhimamaa Dooktaraa Tarreechaa Baalchaa dubbatan. AMN PLUS waliin turtii…

Continue ReadingNaannoleen dhimma ofii bilisaan akka murteeffatan kan ta’e bara jijjiiramaati- Obbo Tarreechaa Baalchaa