Daandiin Qilleensa Itoophiyaa ayyaana Faasikaa sababeeffachuun giddugaleessa nyaataa Tasfaa Birihaan dhaabbatichi kutaa magaalaa Boolee Aanaa 4’tti ijaarsise keessatti maaddii qoodeera.
Daandiin Qilleensa Itoophiyaa ayyaanicha sababeeffachuun maaddii qoode
