“Dhiiga arjoomuun aadaa ta’uu qaba”

You are currently viewing “Dhiiga arjoomuun aadaa ta’uu qaba”

AMN PLUS- Hagayya 19/2017

Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti hojjettoonni Abbaa Taayitaa To’annoo Qulqullina Barnootaa fi Leenjii guyyaa har’aa dhiiga arjoomaniiru.

Hojjettoonni dhiiga arjoomanis haadholee dahanii fi lammiilee balaawwan tasaa garagaraatiin miidhamaniif dhiiga arjoomuusaanitti gammaduu himuun dhiiga arjoomuun aadaa tahuu qaba jedhan.

Fuldurattis fedhii isaaniin dhiiga arjoomuun lubbuu du’arraa baraaruuf kan tumsan ta’uus himan.

Darajjee Bayyanaa

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply