Dooktar Abiyyi pirezidaantii CAF waliin mari’atan

You are currently viewing Dooktar Abiyyi pirezidaantii CAF waliin mari’atan

AMN PLUS – Sadaasa 14/2018

Ergaa MM Abiyyi Ahimad (PhD)

“Waa’ee kubbaa miilaa Afrikaa fi ga’ee Itoophiyaan guddina isaa keessatti qabdu irratti Pirezidaantii CAF Dr. Paatris Motsepee waliin marii bu’aa qabeessa taasifneerra. Misooma dargaggootaa, bu’uuraalee ispoortii, fi guddina kubbaa miilaa Afrikaa waltajjii addunyaa irratti CAF waliin tumsa qabnu irratti mari’anneerra.”

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply