Dooktar Geediyoon Turkiyee magaalaa Ankaaraa dhaqan

You are currently viewing Dooktar Geediyoon Turkiyee magaalaa Ankaaraa dhaqan

AMN PLUS, Guraandhala 11, 2017

Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Turkiyee Ankaaraa dhaqaniiru.

Dooktar Geediyoon marii Teeknikaa waliigaltee Ankaaraarratti hirmaachuuf Turkiyee galuun ibsameera.

dabalataaniis hariiroo gamlamee biyyoota lameenirratti marii kan taasisaan ta’uu Turkiyeetti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Ambaasaaddar Adam Mahaammad gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply