Gurracha leemmoo garaa taliilaa
Hayyee yaa waaq-sin oollee gallaa
Gurracha gara garbaa
Tokkicha maqaa dhibbaa
Hayyee yaa waaq- siin oollee galla
Gurracha leemmoo garaa taliilaa
Hayyee yaa waaq-siin oollee galla
Utabaa malee dhaabbattee
Risaa malee diriirtee
Hayyee yaa waaq-siin oollee galla
Gurracha leemmoo garaa taliilaa
Hayyee yaa waaq- siin oollee galla
Urjii kuma koo
yaa waaq-situu tuma koo
Hayyee yaa waaq- siin oollee gallaa
Gurracha leemmoo garaa taliilaa
Hayyee yaa waaq-sin oollee gallaa….