Gaaddiddaa’uu addeessaa biyyoota garaa garaa keessatti mul’ate

You are currently viewing Gaaddiddaa’uu addeessaa biyyoota garaa garaa keessatti mul’ate

AMN PLUS –Qaammee 3/2017

Itoophiyaa dabalatee, biyyoota garaa garaa keessatti, kaleessa gara galgalaa sa’aatii 12:40 irraa eegalee daqiiqota muraasaaf gaaddiddaa’uun addeessaa mul’atee ture.

Qorataan Saayinsii Hawaa, Roodaas Taaddasaa (Dr.) gaaddiddaa’uun addeessaa kan mudatu yeroo lafti addeessaafi aduu gidduu seentu akka ta’e ibsaniiru.

Gaaddiddaa’uu addeessaa biyyoota akka Itoophiyaa, Chaayinaa, Yuukireen, Ingilaand, Israa’el, Jarmani, Afrikaa Kibbaa, Kuweeti, Turkiyee. Iraaqi fi Ijipiti keessatti akk mul’ate maddeen oduu akka AFP, ANADOLU, BBC, EPA fi Reuters gabaasaniiru.

Malkaamuu Abbabaatiin

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply