Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Baankii Daldala Itoophiyaa injifatame

You are currently viewing Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Baankii Daldala Itoophiyaa injifatame

‎AMN PLUS – Hagayya 29/2017

‎Tapha Gulaallii Shaampiyoons Liigii Afrikaa zoonii ‘CECAFA’ irratti tapha isaa jalqabaa kan taasise gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Baankii Daldala Itoophiyaa injifatamuun dorgommii isaa eegaleera.

‎Gareen Baankii Daldala Itoophiyaa, gita isaa garee Ruwaandaa Raayoo Ispoorti waliin wal morkatee 2 fi 1’n injifatameera.

‎Baankii Daldalaaf, Radihet Asrassahanyi galchii Tokko lakkoofsisteetti.

Gareen kun Shaampiyoonaa dorgommii kanaa bara darbee kan ture yoo tahu, Fulbaana 1, bara 2018 jechuunis torban har’aa ramaddichaaf tapha xumuraa ta’e

‎Garee Biruundii Akkaadaamii Tooppi Garls wajjin taphata.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply