Giddugalli Leenjii Humna Duula Addaa, guyyaa Raayyaa kabaje

You are currently viewing Giddugalli Leenjii Humna Duula Addaa, guyyaa Raayyaa kabaje

AMN PLUS- Onkoloolessa 15/2018

Giddugalli Leenjii Humna Duula Addaa, guyyaa Raayyaa Ittisa Biyyaa leenjifamtootaa fi hawaasa naannoo waliin mooraa leenjichaa keessatti kabajeera.

Ajajaan Olaanaan Humna Duula Addaa B/Jeneraal Bojaa Aagaa, giddugalichi raayyaa moo’ataa fi biyya hin tuqamnee ijaaraa jira jedhan.

Leenjifamtoonni birmadummaa biyyaa eeguufis gahee isaanii bahataa jiraachuu eeran.

Giddugalichatti leenjii fudhataniin gootummaa Raayyaa akka itti fufsiisanis hubachiisan.

Kabaja kana irratti agarsiisni hiriirri waraanaa gaggeeffamuu Odeeffannoo Raayyaan Ittisa Biyyaa nu biraan gahe ni agarsiisa.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply