Guyyaan Cichoominaa Kutaa Magaalaa Addis Katamaatti kabajame

You are currently viewing Guyyaan Cichoominaa Kutaa Magaalaa Addis Katamaatti kabajame

AMN PLUS – Qaammee 1/2017

Qaammeen 1 Guyyaan Cichoominaa Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Addis Katamaatti haala miidhagaan kabajame.

Guyyichi mata duree “Bu’uurri cimaan Biyya Jabduuf” jedhuun agarsiisa gara garaatiin kabajameera.

Hoji Raawwachiisaa Olaanaa Kutaa Magaalaa Addis Katamaa Obbo Taarraqanyi Warqinee ergaa dabarsaniin Ummata kaleeysaa Diinasaa biyya ofiirraa ittisuun birmadummaasaa kabachiiseen har’aas seenaan Misoomaan irra deebi’amuu qabatamaan mul’achaa jira.

Qaamoleen Nageenyaa garaa garaa sirna kanarratti kan argaman yommuu tahuu, Miseensonni Poolisii Federaalaa fi Magaalaa Finfinnee, Kabachiistonni Dambii, Abbootiin Amantaafi kanneen biroo argamaniiru.

Mahaammad Toofiqitu gabaase.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply