AMN – Muddee 27/2017
Kantiibaa Adaanech Abeebee hoollannaa fi kirkira lafaa tibbana mudachaa jiru ilaalchisee Univesiitii Finfinneetti hayyoota Ji’oo Fiziksii, Saayinsii Hawaa, Astroonomootaa fi Qorattoota Ji’oo-Fizikaalaa waliin of eeggannoo taasifamuu qabu irratti mari’achuu isaanii toora marsaa hawaasaa isaaniitiin ibsan.