Gyyaan Yaadannoo Goototaa 84ffaan kabajamaa jira

You are currently viewing Gyyaan Yaadannoo Goototaa 84ffaan kabajamaa jira

AMN PLUS – Ebla 27/2017

Guyyaan Yaadannoo Goototaa 84ffaan bakka Pirezidaant Taayyee Atsiqasillaasee, goototni duraanii, hoggantootni mootummaa federaalaafi magaalaa Finfinnee argamanitti Daalattii, naannawaa Siidaa Yaadannoo Goototaatti kabajamaa jira.

Bulchaa Nagaraatu gabaase

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply