Gatii gurgurtaa boba’aa

You are currently viewing Gatii gurgurtaa boba’aa

Ibsi gatii gurgurtaa oomishaalee boba’aa ilaalchisee Mudde 29/ 2017 irraa kaasee hojiirra oolu

Manni Maree Ministirootaa Mudde 20, 2017, idilee oomishaalee boba’aa irratti walga’ii gaggeessen, gatiin gurgurtaa oomishaalee boba’aa, kan Mudde 29/2017 sa’aatii 12:00 irraa eegalee Magaalaa Finfinneetti hojiirra ooluu murteessun akka armaan gadiitti ta’a.

1- Benziina – Liitirri tokkoo Qarshii 101.47

2- Naafxaa- Litirri tokko Qarshii 98.98

3- Keerosini- litirri tokko qarshii 98.98

4- Boba’aa Xiyyaaraa- Litirri tokko qarshii 109.56

5- Naafxaa gurracha jabaa- Litirri tokko Qarshi 105. 97

6- Nafxaa gurracha salphaa- Litirri tokko Qarshii 108.30 ta’ee akka gurguramu murtaa’uu oddeffanoon Ministeera Daldalaafi Walitti-hidhamiinsa Naannawaa ni mul’isa AMN- Muddee 29/2017

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply