Hidhi Haaromsaa ashaaraan dargaggootaa kan irratti mul’atedha- Biiroo Dargaggoo fi Ispoortii Magaalaa Finfinnee

You are currently viewing Hidhi Haaromsaa ashaaraan dargaggootaa kan irratti mul’atedha- Biiroo Dargaggoo fi Ispoortii Magaalaa Finfinnee

‎AMN PLUS- Fulbaana 3/2018

‎Hoogganaan biiiroo Dargaggoo fi Ispoortii bulchiinsa magaalaa Finfinnee obbo Balaay Dajanee “Hidhi haaromsaa ashaaraan dargaggootaa kan irratti mul’ate Adawaa 2ffaadha” jedhaniiru.

‎Hidhi haaromsaa bu’aa tumsi hawaasaa irratti mul’ate akkasumas barnootni guddaa irraa argame akka ta’es ibsaniiru.

‎Hidhi haaromsaa dargaggootni misoomaan akka mul’ataniif galaa akka ta’e hubachiisaniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply