Leenjiin Paartii Badhaadhinaa Damee Hariiroo Ummataa fi Idil Addunyaatiin qophaa’e hooggansaafi ogeeyyiiwwan Kominikeeshiniifi quunnamtii uummataaf kennamuu eegaleera.
Leenjichi mata duree ‘ Jaaraa dhugaan boodaa dhugaafi beekumsaan ‘ jedhuun magaalaa Finfinneetti kennamaa jira.
Leenjicharratti hooggansaafi ogeeyyiiwwan Kominikeeshiniifi quunnamtii uummataa naannolee 11fi bulchiinsa magaalotaa lamarraa dhufan hirmaataa jiru.
Leenjichi naannoleefi magaalota hunda keessatti akka itti fufu waajjira Paartii Badhaadhinaarraa odeeffanne