Irreechi baranaa Fulbaana 24 fi 25 kabajama

You are currently viewing Irreechi baranaa Fulbaana 24 fi 25 kabajama

AMN PLUS Fulbaana 8/2018

Gamtaan Abbootii Gadaa Oromoo, Ayyaana Irreechaa bara kanaa kabajamu ilaalchisuun ibsa miidiyaaleef kennaniiru.

Haaluma kanaan Irreechi Hora Finfinnee Fulbaana 24 akkasumas Irreechi Hora Harsadee Fulbaana 25 kan kabajamu ta’uu ibseera.

Tsahaay zawudee tu gabaase.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply