Itiyoo Telekoom bara baajataa 2017tti galii birrii biiliyoona 100 fi biliyoona 62 argachuu beeksise

You are currently viewing Itiyoo Telekoom bara baajataa 2017tti galii birrii biiliyoona 100 fi biliyoona 62 argachuu beeksise

AMN PLUS- Adoolessa 17/2017

Itiyoo Telekoom bara baajataa 2017tti galii birrii biiliyoona 162 argachuu beeksiseera.

Galiin kunis karoora qabamerraa dhibbeentaa 99 ta’uu hoji raawwachiiftuu olaantuun Itiyoo telekoom Firehiwoot Taammiruu hubachiisan

Galiin bara kana argames kan Waggaa darbe Waliin Wal bira qabamee yoo ilaalamu dhibbeentaa 72.8 guddina kan agarsiseedha jedhan.

Bu’uraalee misoomaa babal’isuufi sadarkaa tajaajila intarneetii fooyya’aa dhufeen maamiltoonni Itiyoo Telekoom gara miiliyoona 83.2tti guddatan ta’uus hojii raawwachiiftuu olaantuun Itiyoo Telekoom Firehiwoot Taammiruu Ibsaniiru.

Dirribaa Yaadataa

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply