Itoophiyaan hariiroo Siwiizarlaandi fi Maaltaa waliin qabdu cimsuuf ni hojjetti- Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaasee

You are currently viewing Itoophiyaan hariiroo Siwiizarlaandi fi Maaltaa waliin qabdu cimsuuf ni hojjetti- Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaasee

AMN PLUS – Hagayya 20/2017

Itoophiyaan hariiroo daldalaafi invastimantii Siwiizarlaandi fi Maaltaa waliin qabdu cimsuuf ni hojjetti jedhan Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen.

Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen turtii isaanii kan xumuran Itoophiyaatti Ambaasaaddara Siwiizarlaandi Taamraa Moonaa fi kan Maaltaa Roonaaldi Mikaaleefin gaggeessaniiru.

Hariiroon dippiloomaasii gam-lameefi gam-hedduu biyyoonni lameen Itiyoophiyaa waliin qaban akka cimuuf gahee ambaasaaddaroonni kunneen bahataniif Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen galateeffachuus TOI gabaaseera.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply