Jalqabbiin Ashaaraa Magariisaa Itoophiyaa, Ruwaandaa ga’eera

You are currently viewing Jalqabbiin Ashaaraa Magariisaa Itoophiyaa, Ruwaandaa ga’eera

AMN Plus – Onkoloolessa 17/2018

Ruwaandaan tibba gannaa bara 2024-2025tti biqiltuu miiliyoona 65 dhaabuuf duula jalqabsiiste.

Duulli kun mata duree “Biqiltuu Dhaabaa, Kunuunsaa Guddisaa, Dachee Baraaraa” jedhuun eegalame.

Inisheetiiviin kun hariiroo hawaasummaa kan cimsu, dargaggoota misoomaaf kan kakaasu akkasumas rakkoo jijjiirama qilleensaaf furmaata kan ta’u jedhameera.

Abbaan Taayitaa Bosonaa Ruwaandaa bara kana biqiltuu miiliyoona 65f kumaa 225 ol akka dhaabamu ifoomseera.

Ashaaraa Magariisaa Itoophiyaan biqiltuu biiliyoona 47 dhaabuun milkaa’inni guddaan galmaa’uun ni yaadatama.

Fakkeenyummaa kana Keeniyaan torban lama dura bifa duulaan kan eegalchiiste yoo ta’u Ruwaandaanis kaleessa itti makamteetti.

Tagany Bafiqaaduutiin

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply