Jilli olaanaan Daareektara Jeneraalaa Tajaajila Odeeffannoofi Nageenyaa Biyyaalessaan durfamu ergaa Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) Jeneraala Sudaan Abdulfattaa Al Burhaaniitti kennan

You are currently viewing Jilli olaanaan Daareektara Jeneraalaa Tajaajila Odeeffannoofi Nageenyaa Biyyaalessaan durfamu ergaa Ministira Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) Jeneraala Sudaan Abdulfattaa Al Burhaaniitti kennan

AMN PLUS Caamsaa 25/2017

Ergicha Abaasaaddar Reedwaan Huseeniifi Gorsaan Dhimmoota Afrikaa Bahaa Ministira Muummee Obbo Geetaachoo Raddaa Poort Sudaanitti argamuun kennaniiru.

Poort Sudaanitti simannaan addaa kan taasifameef ta’uu kan himan dursaan garichaa carraaqqii Sudaan biyyattiitti nageenyaafi tasgabbii mirkaneessuuf taasiftu Itoophiyaan deeggarsa walirraa hin cinne akka taasiftu ibsuusaanii dubbataniiru

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply