Kantiibaa Adaanech Abeebee manneen gandaa dullooman diignee yeroo gabaabaa keessatti gamoo ammayyaa ijaarree jiraattotaaf dabarsineerra jedhan

You are currently viewing Kantiibaa Adaanech Abeebee manneen gandaa dullooman diignee yeroo gabaabaa keessatti gamoo ammayyaa ijaarree jiraattotaaf dabarsineerra jedhan

AMN PLUS Caamsaa 10/2017

Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ergaa karaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin Kutaa magaalaa Addis Katamaa bakka addabaabayii Paastar jedhamutti manneen gandaa dullooman diignee yeroo gabaabaa keessatti gamoo manneen jireenyaa ijaarree jiraattotaaf dabarsineerra jedhan

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply