Kantiibaa Adaanech Abeebee Ogeeyyii fayyaa waliin mari’tan

You are currently viewing Kantiibaa Adaanech Abeebee Ogeeyyii fayyaa waliin mari’tan

AMN PLUS Caamsaa 20/2017

Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ergaa karaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin waltajjii marii Ogeeyyii fayyaa magaalichaa waliin mata duree ‘Tajaajilli fayyaa gahumsa qabu Badhaadhina Biyyaatiif’ jedhuun sadarkaa garagaraan mari’atamaa ture goolabameera jedhan.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply